Powered by RND

ILMAORMAA

Ilmaormaa
ILMAORMAA
Latest episode

Available Episodes

5 of 222
  • SE10 EP226 "Ijoolleen Sikkoo-Mandoo Tokko Osoo Hinhafin Dhaaba keessaa Bahan" J. Atoomsaa | 3/4
    Kurfii Sadafaa kana keessatti, Jaal Atoomsaan;qooda inni ABO keessatti qabaataa ture,bifa kamiin leenjii fi ijaarsan waraana qindeessaa turan,erga biyya ambaa bahaanii boodatti waan isaan mudate,gargar caccabuu ABO,erga biyya Somaalee seenanin booda haala haarayaa dhaaba keessatti mumullachuu eegale,lola Baaydhaboo fii wareega ulfaataa kafalameeABOn maaliif Shaabiyaa waliin deebi'ee hariiroo tolfate? Akeekni Shaabiyaa maali?Eritiraa qubachuun maaltu hojjatame?maaliif miseensoonni gariin gara Eritiraatti, kaan moora baqataatti, gariin gama biyyaatti kaan ammo Moqadishootti akka hafan murteeffame,Wareegamuu Jaal Mull'is,ABOn gargar qoqqoodamuu,ijoolleen Sikko-Mandoo dhaaba keessaa yaa'uu,haala hogguu Eritiraarraa gama biyyaatti deebi'an ture,biyyatti erga deebi'ani waan isaan mudate fi Taateewwan heddu nuun qooddata.Dhihaadhaa!
    --------  
    2:25:27
  • SE10 EP225 J. Atoomsaa Roobaa - "Waraana Toora Kuma Kudhashan Kaampii Sadiitti Galchine" | 2/4
    Qophii lammaffaa kana keessatti Jaal Atoomsaan bakka qophii duraa dhaaberraa eegalee seenaa bara Chaartaraa fii erga Chaartaraa bahanii dirreetti deebi'an isaan mudate nuun qooddataseenaa guyyaa Jaal Mullis Gadaa gama ABOtti debbi'eegaaffii magaaloota Dirree Dhawaa fii Jijjigaawalitti bu'iinsa human Woyaane woliin ture fii jaallan ABOn wareegaman"Tripartite" Komitee fii waan isii jalatti dalagameWBOn kaampii Sadiitti galfamuuMootummaa Cehumsaa Baanaan haala warri Godina Bahaa turan magaalaa dhiisanii dirretti deebi'anyoomii fii bifa kamiin Atoomsaan harka diina bu'ee fii bakkoota inni ture fii Ji'a jahaan booda akkamiin deebi'ee jaallaniin waliitti Moqaadishootti akka makame fiiseenaa heddu nuun qooddata.Dhihaadhaa!
    --------  
    1:46:58
  • SE10 EP224 J. Atoomsaa - Ganamarraa Eegalee ABOn Iccitii fi Shakkii Warra Golaa Sakaalame | 1/4
    Seenaa Jaal Atoomsaa K. Roobaan nuun qooddate kurfii afuritti qoodeen qopheesse.Kurfii duraa kana keessatti, Jaal Atoomsaan seenaa qabsoo Godina Bahaa nuun qooddatu keessatti;Oromoota hedduu waliin biyya ollaatti bobbahuun leenjii fudhachuu fii achii ol-dacha'anii hidhannoo argachuu,leenjii fii hidhanno waliin Waraana Jaarraa, Mullisii fi Bobbaasaan hogganamaa turetti makamuu,ijaarsaafii caasaan dhaabaa iccitii tahuun hogganoota jaarmayaa ifaatti himamuu dhabuun rakko isiin uumtee fii walqoodimsa isiin uumte,qabsoo hidhannoo bara mootummaa DARGU gaggeefamaa ture,deemsa qabsoo hadhooftuu fi mudannoo gara-garaa kan haga kufaatii mootummaa DARGU fii mootummaa Ziyaad Baarree qabsaawootni keessa qaxxaamuranii fi seenaa kan biraa hedduu nuunqooddata.Dhihaadhaa!!
    --------  
    2:02:23
  • SE10 Ep223 Jaal Bohaarsituu Obsaa - Qooda Artiistootaa Qabsoo Keessatti | 1/1
    Jaal Bohaarsituun qophii tana keessatti;- yoomii fi akkamiin hawwisootti akka makamte,- qooda isiifii miseensootni Hawwisoo qabsoo bilisummaa Oromiyaa keessatti qabaachaa turan,- ayyaana Odaa Bultum irraa waan yaadattu,- biyyaa Jabuuttiitti bahuuf dirqamuu,- mana hidhaa Woyyaanee keessatti waan dabarsite,- miseensoota hawwisoo waliin tattaaffii Shaggaritti Waldaa Macaa fii Tuulama jalatti godhaa turan,- erga biyya amabaatti godaantee booda tattaaffii godhaa turaniif waan biraas nuunqooddatti.Dhihaadhaa!
    --------  
    1:04:36
  • SE 10 Ep222 Seenaa Qabsoo Bilisummaa ABOn Hogganamaa Ture J. Bobbaasaa Gadaarraa | 1/1
    Jaal Bobbaasaan seenaa qabsoo bilisummaa Oromiyaa ijoollummaa isaarraa kaasee waan yaadatuufii mudannaa dirree qabsoo ballinaan nuun qooddata.Dhihaadhaa!
    --------  
    2:11:53

More Society & Culture podcasts

About ILMAORMAA

Hangafa pōdkāstī Afān Oromo ! Ashamaa!! Waltajjii dhuunfaafi Bilisatti Baga Nagaan Dhuftan! As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development" , Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne baabsaa tokko malee raabsina. Dhihaadhaa!! Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)
Podcast website

Listen to ILMAORMAA, Tortoise Investigates and many other podcasts from around the world with the radio.net app

Get the free radio.net app

  • Stations and podcasts to bookmark
  • Stream via Wi-Fi or Bluetooth
  • Supports Carplay & Android Auto
  • Many other app features
Social
v7.18.2 | © 2007-2025 radio.de GmbH
Generated: 5/14/2025 - 2:05:57 AM